Post has attachment

Post has attachment

GOOTA KEENYA GUDDAA !
======================

Harka hin kennu jettee
Jagnummaan hobbaate
Saba keetif jecha
Lubbuu qaalii laattee
Gootaaf gaddi hin mallee
Faarseetiin ililchaa
Seenaan kee worqeedhaa
Galataa Itichaa
Gootota oromoo
Kan kufan kaleessa
Atis ni jiraattaa
Onnee sabaa keessa

Dhalootatti himnaa
Seenaa kee lallabnee
Guyyaa bilisoomne
Siidaa guddaa dhaabne
Ati hin duune jirtaa
Onnee lammii hundaa
Jaannataan boqadhu
Goota Keenya guddaa !!!
Usman Bayutii

Post has attachment

Post has attachment

Post has attachment
mee kanas dubisa
Photo
Photo
6/1/16
2 Photos - View album

Post has attachment

Post has attachment
way umaa rabbi
Photo

Post has attachment

Post has attachment
Wait while more posts are being loaded