Namma amma eeshii  argaan jechaa eeshii hin hilaan 
Lafa ofi Oromia keessati Oromon magaala sii haa ta'u baadiyya maqaa duri baasse jalaa geedaran .  
akka amma Finfinnee keessa jireenyaa dhoowaan  gaddi Adamaatti hariyyaan .  .Kana hundaa inna Waayyaaneen  hojaatu Opdon bukee teessetti ilaalluu malee wani tokko goochu hin dandeessu ,kanaafuu "NAMMA AMMA EESHII ARGAAN JECHAA EESHII HIN HILAAN " . Yoo Waayyaanee fi Opdon  akka ammati itti fufaani Lafti Oromo dhiiyootti , akka soogida baqee dhumma .gaafa sii wanti wali loolanifi hin jiru .otoo Lafa Oromo akka Finfinnee hiraataanii hin fixiin  jabaane lafa keenya akka namma tokkotti kanee  sabona Oromo wajjiin diina irra haxaawuu nura jira . Amma yoomitti sodaa jeene garbummatti afnaa !

Post has attachment
Wait while more posts are being loaded