Profile cover photo
Profile photo
Daniel Areri
55 followers
55 followers
About
Posts

Post has attachment

Post has attachment
Gaaffii: OPDO, Ummata Oromoo, Dhabbilee Siyaasaa fi Rogeeyyii (Aktiivistoota) Oromootiif.
Add a comment...

Post has attachment
ኦሮሞን ማድናት ኢትዮጵያን ማድናት ነው! Oromoo baraaruun Itoophiyaa baraaruudha! To safe Oromo is to safe Ethiopia!
Add a comment...

Post has attachment
Lola Woyyaaneen Gujii Lixaatti bante, waan amma (update): Lola higa ammaatti lolamaa jiruun, Gujii irraa namoonni 4 yoo woreegamanu, gama Burjiitiin ammoo namoonni 30 olii ijjeefamaneeran. Miidhaan gama qabeennaatiin gahe ammoo, Gujii irraa manni buuyyoo (citaa) 3 gubateera. Burjii irraa ammoo, manni buuyyoo (citaa) gara 10 gandoota mandara didiqqaa isaanii keessaa gubateera. Kan Burjii Fichaan (maasiin) midhaanii kan akka garbuu, Xaafii, boqqolloo hektaarri 500 olii gubateera.
Add a comment...

Post has attachment
Haasofni Obbo Lammaa Magarsaa 'April the fool' ta'innaa? Obbo Lammaan eennu abdate akkasitti haasawa, warra isa muudatee ergate moo, uummata Oromooti?
Add a comment...

Post has attachment

Post has attachment
Haasofni Obbo Lammaa Magarsaa 'April the full' ta'innaa? Obbo Lammaan eennu abdate akkasitti haasawa, warra isa muudatee ergate moo, uummata Oromooti?
Add a comment...

Post has attachment

Post has attachment
Add a comment...

Post has attachment
Add a comment...
Wait while more posts are being loaded