Profile cover photo
Profile photo
MADDA WALAABUU PRESS
252 followers
252 followers
About
Posts

Post has attachment
Fakkeessuun Eessaanuu Nama Hin Geessu!
Caamsaa 15, 2018 | Damee Boruu Irraa Jalqabaa kaaftee sababni TPLF OPDO bu’ureefattee meeshaa Uummata Oromoo ittiin tiksituu fi tuhattu akeekattee akka tahe nama hundaa jalaa dhokataa miti. Kanaafuu OPDOn dhaaba Oromooti jennee fudhachuuf rakkina nutti taha...
Add a comment...

Post has attachment
Mormii Har’a Magaalaa Adoolaa Keessatti Geggeessame Irratti Lubbuun Dhabamuu fi Miidhaan Qaamaa Dhaqqabuu Dubbatan Aangawaan Magaalattii fi Jiraattonni
Caamsaa 08, 2018 |  VOA Afaan Oromoo WAASHINGITAN, DIISII —  Gujii, aanaalee akka Gooroo Doolaa, Shaakkisoo fi Aannaa Sorraa, magaalaa Adoolaa-wayyuu keessatti hiriirawan mormii geggessamuu isaanii fi magaalaa Adoolaa-Wayyuu keessatti geggeessame gara hookk...
Add a comment...

Post has attachment
Tweet Godina Gujii Keessatti Uummata Oromoo Mirgaa fi Qabeenya Isaa Falmatu Qe’ee Isaa Irratti Rasaasaan Reebuun Falmii Qabsoo Oromoo Daran Dabala Malee Duubatti Hin Deebisu.
Caamsaa 08, 2018 | Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Finfinnee Oromiyaa Ummanni Oromoo gaaffii mirgaa fi qabeenyaa dhimma albuuda MEDROC walqabsiisee gaafate, deebii wal rukutaa deebisaa kan jiran mornoonni Wayyaanee, Saamichi albuuda MEDROC faalama qilleensaa fi ...
Add a comment...

Post has attachment
Tweet Sabboontota Oromoo Amma Illee Qilinxoo Keessatti Dararamaa Jiran
Caamsaa 09, 2018 | Qeerroo Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu maqaan hin waamamne gara hin qaban. Kanneen maqaan hin dhahamiin hafan nuuf eeraa? _ 1. Urgeessaa Daammanaa. 2. Qajeelaa Galaanaa. 3. Habtaamuu Ac...
Add a comment...

Post has attachment
የዶ/ር ኣቢይ ኣህመድ የቁልቁለት ሩጫ እንደቀጠለ ነዉ።
April 24, 2018 |  Source: Face book Page of Tsegaye Hailu ለፍርድ መቅረብ ያለበትን ወንጀለኛ የክብር ሜዳሊያ መሸለም ወንጀሉን መደገፍ ብቻ ሳይሆን ለኔም ምሳሌ ነህና እኔም ባንተ መንገድ እቀጥላለሁ እንደማለት ይወሰዳል። የዶ/ር ኣቢይ ኣህመድ የቁልቁለት ሩጫ እንደቀጠለ ነዉ። ከኣቶ ኃ/ማሪያም ደሳለኝ ወንጀሎች መካከል ሊዘነጉ የማይገባቸዉ:- ***በኣቶ ኃ/ማሪያም ደሳለኝ የ...
Add a comment...

Post has attachment
‘Miseensota Raayyaa Ittisaa Ajjeechaa Raawwatanirratti Ragaa Baanus Haga Yoonaa Murteef hin Dhiyaanne’ – Jiraattota Mooyyalee
Ebla 24, 2018 |  VOA Afaan Oromoo WAASHINGITAN, DIISII —  Ajjeechaa lammilee nagaa miseensonni raayyaa ittisa biyyaa bitootessa 10 bara 2018 Mooyyaleetti geessisaniin booda qaami biyya bulchaa ture bulchiinsi Koomaandi Poosti Sekreeteeriyaat miseesota raayy...
Add a comment...

Post has attachment
Mootummaan Wayyaanee Tooftaa Bifa Haaraan Ummatoota Ethiopia Hacuucuuf Yeroo Ka’etti Murteen HR128 Murtaawuun Furtuu Siyaasaa Biyyatti Ta’ee Saboota Cunqurfamoo Balaa Irraa Baraaruu ni mala.
Ebla 12, 2018 | Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Finfinnee, Oromiyaa Ummanni Oromoo waggoottan dheeraa lafasaarraa buqqa’uu, ajeefamuu, ari’atamuuf biyyasaarratti mirgoota democracy guutummaatti dhabuun isaa kan yaadatamu ta’us, addatti bara bulchiinsa sirna...
Add a comment...

Post has attachment
US House Resolution on Ethiopia Passes: Resolution Calls for Commitment to Human Rights, Democracy, Rule of Law
April 11, 2018 |  Human Rights Watch | Felix Horne Senior Researcher, Horn of Africa Today, the US House of Representatives passed a resolution encouraging Ethiopia’s government to increase respect for human rights, rule of law, and democracy. This non-bin...
Add a comment...

Post has attachment
Instigating an ethnic conflict is an act of State Terrorism in Ethiopia
Joint Statement of Afar Liberation Front Party (ALFP) and Oromo Liberation Front (OLF) on current Political Situation of Ethiopia The Tigray Peoples Liberation Front/ Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (TPLF/ EPRDF) regime of Ethiopia is in a...
Add a comment...

Post has attachment
Itoophiyaa Keessatti Ummatoota Jidduutti Walitti Bu’iinsa Dhalchuun Gocha Shororkeessummaa Mootummaa ti!
Bitootessa 28, 2018 Haala Siyaasaa Itoophiyaa Keessaa kan Yeroo ammaa Irratti  Ibsa Waloo Paartii Adda Bilisummaa Affaari fi Adda Bilisummaa Oromoo Sirnii Adda Bilisummaa Ummata Tigraay/Adda Dimokraasummaa Warraaqsa Ummatoota Itoophiyaa (TLPF/EPRDF) Itoophi...
Add a comment...
Wait while more posts are being loaded