Profile cover photo
Profile photo
Cooperative Bank of Oromia
35 followers
35 followers
About
Communities and Collections
Posts

Post has attachment
Bara Haaraatti: Loogoo Haaraa, Mul’ata Haaraa,
Sistama Baankii Haaraa, Isiniif
Qabannee dhihaanneerra!!

Barrii Haaraa Kan Nagaa, Kan Gammachuu
fi Kan Badhaadhinaa Isiniif Haa Tahu!
Photo
Add a comment...

Post has attachment
Badhaafamaa!
Add a comment...

Post has attachment
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraaf, baga ayyaana du’aa ka’uu Gooftaa Iyyasuus Kiristoosiin nagaan isiin gahe jedha.
Baankiin keenya yeroo kamiyyuu caalaa maamiltoota isaa bira ga’uun dhiyeenyatti tajaajiluuf guutummaa biyyaatti tamsaasa damee isaa 250 n gahee jira.
Baankichi tajaajiloota duraan qabu irratti, tajaajiloota haarawaa dabalatee maamiltoota isaa dhiyeenyatti, si’aayinaan tajaajiluuf qophii ta’uu isaa ibsaa, akka itti fayyadamtan kabajaan isin affeera.
Ayyaana Gaarii!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Jijiirama Guddaaf Kan Onnate!
Photo
Add a comment...

Post has attachment
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ. ማ. ለመላዉ የክርስትና ዕምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ ትንሳኤዉ በሰላም አደረሳችሁ እያለ ፤ አገልግሎቱን ለህብረተሰቡ በማዳረስ ተደራሽነቱን ለማረጋገጥ በመትጋት ፤ የቅርንጫፎቹን ቁጥር 250 ማድረሱን በደስታ ይገልፃል፡፡
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ. ነባርና አዳዲስ አገልግሎቶች ተጠቃሚ ይሁኑ፡፡
መልካም በዓል !
የኦሮሚያ ኀብረት ሥራ ባንክ
ለላቀ ለውጥ የቆመ!
Photo
Add a comment...

Post has attachment
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa W. A. yaa’ii waliigalaa abbootii aksiyoonaa idilee 12 fi walga’ii ariifachiisaa 8ffaa Mudde 1, 2009 adeemsiseen kaapitaala baankichaa amma jiru biiliyoona tokko irraa gara biiliyoona 3tti waggaa 3 keessatti akka guddatu murteessee jira.
Haaluma kanaan abbootiin aksiyoonaa baankichaa Eebla 9, bara 2009 irraa eegalee hanga Waxabajjii 23, bara 2009tti waajjira olaanaa baankichaa daandii Boolee, naannoo Filaamingoo gamoo Geet Hawuus darbii 5ffaa kutaa bulchiinsa aksiyoonaa yookin dameewwan baankichaa hundatti dhiyaatanii gahee aksiiyoonaa keessan guddisuuf unka qophaa’e akka guuttan kabajaan isiin beeksifna
Odeefannoo dabalataaf Lakkoofsa bilbilaa 0115157443 ykn 0115586570 bilbiltanii gaafachuu dandeessu.
Boordii daayirektarootaa Waldaa Aksiyoonaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa W. A.
Photo
Add a comment...

Post has attachment
Recieve remittance from CBO!!!
Photo
Add a comment...

Post has attachment
CBO wishes a Happy Eid-Al-Fitr
Photo
Add a comment...

Post has attachment
Ramadan Kareem
Photo
Add a comment...

Post has attachment
Eid Mubarak!
Photo
Add a comment...

Post has attachment
CBO Wishes all Ethiopians a Happy New Year!
Photo
Add a comment...
Wait while more posts are being loaded